1
00:00:00,000 --> 00:00:11,000
Obboleettii, dammaqi! Ganama ta'eera, Vaayileetaa! Vaayoleetaa!

2
00:00:11,000 --> 00:00:14,000
Ava, naaf dhiisaa! Rafuun barbaada!

3
00:00:14,000 --> 00:00:19,000
Ani immoo taphachuu barbaada! Ka'i jedheen! Ka'i, ka'i, ka'i, ka'i!

4
00:00:19,000 --> 00:00:22,000
Lakki na hin rakkinaa!

5
00:00:22,000 --> 00:00:30,000
Vaayoleetaa! Vaayoleetaa!


